56

Q.S Ghaafir (40:56)

اِنَّ الَّذِيْنَ يُجَادِلُوْنَ فِيْٓ اٰيٰتِ اللّٰهِ بِغَيْرِ سُلْطٰنٍ اَتٰىهُمْ ۙاِنْ فِيْ صُدُوْرِهِمْ اِلَّا كِبْرٌ مَّا هُمْ بِبَالِغِيْهِۚ فَاسْتَعِذْ بِاللّٰهِ ۗاِنَّهٗ هُوَ السَّمِيْعُ الْبَصِيْرُ

innal-lażīna yujādilūna fī āyātillāhi bigairi sulṭānin atāhum, in fī ṣudūrihim illā kibrum mā hum bibāligīh(i), fasta‘iż billāh(i), innahū huwas-samī‘ul-baṣīr(u).

Dhugumatti warri aayata Rabbii sababa (ragaan) isaan bira hin geenye falman, wanti harma isaanii keessa jiru hundi (fedhii) guddummaa isaan hin arganne, sana booda Rabbiin eegumsa kadhadhu. Dhugumatti Inni Hundumaa Dhaga’aa, Hunduma Argudha.