43

Q.S Ghaafir (40:43)

لَا جَرَمَ اَنَّمَا تَدْعُوْنَنِيْٓ اِلَيْهِ لَيْسَ لَهٗ دَعْوَةٌ فِى الدُّنْيَا وَلَا فِى الْاٰخِرَةِ وَاَنَّ مَرَدَّنَآ اِلَى اللّٰهِ وَاَنَّ الْمُسْرِفِيْنَ هُمْ اَصْحٰبُ النَّارِ

lā jarama annamā tad‘ūnanī ilaihi laisa lahū da‘watun fid-dun-yā wa lā fil-ākhirati wa anna maraddanā ilallāhi wa annal-musrifīna hum aṣḥābun-nār(i).

Wanti ati naaf waamtu addunyaa keessattis ta’e Aakhirattis waamicha bu’aa qabu akka hin taane mirkanaa’aadha. Dhugumatti deebi’uun keenya gara Rabbiiti, dhugumatti warri daangaa irra darban jiraattota ibiddaa ta’u.