33

Q.S Ghaafir (40:33)

يَوْمَ تُوَلُّوْنَ مُدْبِرِيْنَۚ مَا لَكُمْ مِّنَ اللّٰهِ مِنْ عَاصِمٍۚ وَمَنْ يُّضْلِلِ اللّٰهُ فَمَا لَهٗ مِنْ هَادٍ

yauma tuwallūna mudbirīn(a), mā lakum minallāhi min ‘āṣim(in), wa may yuḍlilillāhu famā lahū min hād(in).

(Jechuun) guyyaa ati duubatti deebitee (baqattu) namni (adabbii) Rabbii irraa si oolchu hin jiru. Nama Rabbiin jallise immoo namni isa qajeelchu hin jiru.