82
Q.S Alhijr (15:82)
وَكَانُوْا يَنْحِتُوْنَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوْتًا اٰمِنِيْنَ
wa kānū yanḥitūna minal-jibāli buyūtan āminīn(a).
akkasumas dhagaa irraa manneen bocanii, (kan keessa jiraatan) miira tasgabbiitiin.