57
Q.S Alhijr (15:57)

قَالَ فَمَا خَطْبُكُمْ اَيُّهَا الْمُرْسَلُوْنَ

qāla famā khaṭbukum ayyuhal-mursalūn(a).

Innis (Ibrahiim) “Yaa ergamtoota dhimma keessan inni guddaan maali?”