55
Q.S Alhijr (15:55)

قَالُوْا بَشَّرْنٰكَ بِالْحَقِّ فَلَا تَكُنْ مِّنَ الْقٰنِطِيْنَ

qālū basysyarnāka bil-ḥaqqi falā takum minal-qāniṭīn(a).

(Isaan) deebisaniif, "Nuti misiraachicha sirritti isin biraan geenya, kanaaf warra abdii kutatan keessaa hin ta'inaa."