52
Q.S Alhijr (15:52)

اِذْ دَخَلُوْا عَلَيْهِ فَقَالُوْا سَلٰمًاۗ قَالَ اِنَّا مِنْكُمْ وَجِلُوْنَ

iż dakhalū ‘alaihi fa qālū salāmā(n), qāla innā minkum wajilūn(a).

Bakka sana yommuu seenan, egaa “Nagaa” jedhaniin. Innis (Ibrahiim) “Dhugumaan isin sodaanna” jedhe.