98
Q.S Yuunus (10:98)
فَلَوْلَا كَانَتْ قَرْيَةٌ اٰمَنَتْ فَنَفَعَهَآ اِيْمَانُهَآ اِلَّا قَوْمَ يُوْنُسَۗ لَمَّآ اٰمَنُوْا كَشَفْنَا عَنْهُمْ عَذَابَ الْخِزْيِ فِى الْحَيٰوةِ الدُّنْيَا وَمَتَّعْنٰهُمْ اِلٰى حِيْنٍ
falau lā kānat qaryatun āmanat fa nafa‘ahā īmānuhā illā qauma yūnus(a), lammā āmanū kasyafnā ‘anhum ‘ażābal-khizyi fil-ḥayātid-dun-yā wa matta‘nāhum ilā ḥīn(in).
Maarree maaliif (jiraataan) biyya amane, amantiin isaas saba Yoonaas malee isa fayyadu hin jiru? Yeroo isaan (namoonni Yunus) amanan, Azaabaa salphina jireenya addunyaa isaan irraa kaafne, yeroo murtaa’eef immoo gammachuu isaaniif kennine.